Dhimma ijoo ta'etti seeni

GILGAALA FAKKII

Daawit Meeshaa Waraanaa Muraasa Qabatee Ija Jabinaan Tarkaanfii Fudhate

Namootaa fi wanta seenaa Daawitii fi Goliyaad keessatti ibsaman walitti firoomsi; achiis wanti Daawitiif ija jabina kenne maal akka taʼe mariʼadhaa.