Dhimma ijoo ta'etti seeni

Sammuu Keessan Leenjisaa!

Sammuu Keessan Leenjisaa!

Warra kan taatan, gilgaala kanatti fayyadamuudhaan ijoolleen keessan akka of eegan isaan barsiisaa.

Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa

MICHUU YIHOWAA TA’I

Ijoollee Keessan Eegaa

Kaalebii fi Soofiyaan yaada gaarii taʼe waan argataniif eegumsa argataniiru.

MATA DUREEWWAN WALITTI AANANII BAʼAN

Michoota Yihowaa Irraa Baradhu​—Gilgaalawwan

Gilgaalawwan mata duree walitti aanee baʼuu fi Michoota Yihowaa Irraa Baradhu jedhamurra fudhatamanitti fayyadamuudhaan, barumsa ijoo irraa argattan ijoollee keessanii wajjin irratti mariʼadhaa.

BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU

Viidiyoowwanii fi Gilgaalota Ijoollee

Ijoollee keessan naamusa gaarii barsiisuuf viidiyoowwan Kitaaba Qulqulluurratti hundaaʼanii fi gilgaalota nama bashannansiisan kanatti fayyadamaa.