Barumsa 8: Miʼawwan Kee Sirriitti Kaaʼi
Akka Yihowaa waan hundumaa seeraan kaaʼuu fi qulqulluu taʼuu kan dandeessu akkamitti? Kaaleeb waan baratu qaba.
Kanneen Armaan Gadiis ni Jaallatta Taʼa
VIIDIYOOWWAN
Michoota Yihowaa Irraa Baradhu
Seenaa namoota Kitaaba Qulqulluu keessa jiranii fi michoota Yihowaa taʼan irraa baradhu!
BARUMSAWWAN KITAABA QULQULLUU
Viidiyoowwanii fi Gilgaalota Ijoollee
Ijoollee keessan naamusa gaarii barsiisuuf viidiyoowwan Kitaaba Qulqulluurratti hundaaʼanii fi gilgaalota nama bashannansiisan kanatti fayyadamaa.