Dhimma ijoo ta'etti seeni

Gaaʼela Gammachiisaa Qabaachuuf: Wal Kabajaa

Gaaʼela Gammachiisaa Qabaachuuf: Wal Kabajaa

Mana keessan keessa jaalallii fi kabajni akka jiraatu ni barbaadduu? Gorsi Kitaaba Qulqulluurratti hundaaʼee fi viidiyoo kana keessatti ibsame gaaʼela keessan keessatti caalaatti wal kabajuuf isin gargaara.