Dhimma ijoo ta'etti seeni

Walitti Dhufeenya

Michummaa Guddifachuu

Jireenya Fooyyessa—Jireenya Maatii fi Michummaa

Hariiroon milkaaʼina qabu kan argamu fudhachuudhaan utuu hin taʼin kennuudhaani.

Michuu Dhugaa kan Jedhamu Nama Akkamii Ti?

Nama michuu dhugaa hin taane argachuun salphaa dha; garuu michuu dhugaa argachuu kan dandeessu akkamitti?

Michoota Dhugaa Qabaachuun kan Dandaʼamu Akkamitti?

Qabxiiwwan akkasumaan walitti dhihaachuu irraa gara michummaa cimaatti si ceesisuu dandaʼan afur.

Kophummaa

Hiriyaa Kanan hin Qabne Maaliifi?

Kophummaan ykn hiriyaa akka hin qabne kan itti dhagaʼamu si qofa miti. Akkaataa namoonni umurii keerra jiran kaan miira kana of irra itti ittisan beekuuf carraaqqii godhi.

Warra Kaan Biratti Fudhatama Yoon Dhabe Maalan Godha?

Namoota amalli isaanii rakkina qabu biratti fudhatama argachuu moo, eenyummaa kee eegdee jiraachuutu caalaatti barbaachisaa dha?

Karaa Dijitaalii Wal Qunnamuu

Hojii Bakka Hojiitti Dhiisuun kan Dandaʼamu Akkamitti?

Qabxiiwwan hojiin keessanii fi gaaʼelli keessan akka walitti hin buune gochuuf isin gargaaruu dandaʼan shan.

Meeshaa Eleektirooniksitiif Ilaalcha Madaalamaa Qabaachuu Kan Dandeenyu Akkamitti?

Akkaataan meeshaalee elektirooniksii itti fayyadamtu gaaʼela kee miidhuu ykn fayyaduu dandaʼa. Gaaʼela kee irratti dhiibbaa kan godhu akkamitti?

Suuraa Intarneetii Irratti Baasuu Ilaalchisee Maal Beekuun Qaba?

Suuraa erguun karaa gaarii michootaa fi maatii wajjin itti wal qunnaman keessaa isa tokko dha; taʼus akkana gochuun balaas qaba.

Weeb Saayitii Hawaasaa Yeroo Fayyadamtu Hubannaa Qabaadhu

Yeroo hiriyoota kee wajjin onlaayinii haasoftu of eeggannoo qabaadhu.

Bilbilaan Ergaa Waliif Barreessuu Ilaalchisee Maal Beekuun Qaba?

Ergaan ergitu michummaa kee fi maqaa gaarii ati qabdu balleessuu dandaʼa. Akkamitti akka taʼe ilaali.

Wal Qorachuu

Saala Faallaa Wajjin Walitti Dhufeenya Jaalalaa Jalqabuuf Umuriin Koo Gaʼeeraa?

Qabxiiwwan shanan qorannaa gochuufi gaaʼela godhachuuf gaʼuu kee murteessuuf si gargaaran.

Michooma moo Jaalala?—Kutaa 1: Ergaa Akkamii Anaaf Dabarsa?

Gorsawwan namni ergaa siif erge tokko jaalalaaf moo michoomaaf taʼuu isaa hubachuuf si gargaaran.

Michooma moo Jaalala?—Kutaa 2: Ergaa Akkamiin Dabarsaa Jira?

Tarii michuun kee kun walitti dhufeenyi keessan michooma irra akka darbu kan barbaaddu godhee yaadaa? Gorsawwan jiran dubbisi.

Yeroon Walitti Dhufeenya Jaalalaa Jalqabu Maal Eeguun Qaba?

Hariiroon keessan akka itti fufuuf wantoonni buʼuuraa tilmaama keessa galuu qaban sadii jiru.

Jaalala Dhugaati moo Sinsinnii Dha?

Jaalalli dhugaa fi jaalalli sinsinnii maal akka taʼe baradhu.

Gaaʼela Utuu hin Dhaabbatin Waliin Jiraachuu Ilaalchisee Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Qajeelfamni Waaqayyoo maatii milkaaʼina qabu akka qabaannu nutti hima, ulaagaan isaa yeroo hunda warra isa hordofaniif faayidaa argamsiisa.

Dhugaa Baatonni Yihowaa Wal Qorachuu Ilaalchisee Seera Mataa Isaanii Qabuu?

Wal qorachuun wanta bashannanaaf jecha raawwatamu dha moo hiika kan caalu qaba?

Walitti Dhufeenya Jaalalaa Jalqabuu—Kutaa 3: Gargar Baʼuu Qabnaa?

Shakkii qabda taanaan walitti dhufeenya keessan itti fufuu qabdaa? Mata dureen kun murtoo gochuuf si gargaara.

Jaalalli Dhugaan Maalidha?

Viidiyoo kanarraa Kiristiyaanonni hiriyaa gaaʼelaa gaarii filachuufis taʼe gaaʼela erga dhaabbatanii booda jaalala dhugaa walitti argisiisuuf dhugaawwan buʼuuraa Kitaaba Qulqulluu kan isaan gargaaran akkamitti akka taʼe ilaali.

Yeroo Wal Qorachuun Addaan Citu

Gadda wal qorachuu dhaabuu keetiin sitti dhufe mootee jiraachuu kan dandeessu akkamitti?

Walitti Bu'iinsa Furuu

Dhiifama Gaafachuu Kanan Qabu Maaliifi?

Balleessaa kee akka hin taane yeroo sitti dhagaʼamutti illee, sababii quubsaa dhiifama gaafachuu itti qabdu sadii hubadhu.

Nagaadhaan Waliin Jiraachuun Kan Dandaʼamu Akkamitti?

Seera buʼuuraa Macaafa Qulqulluu hojiirra oolchuun namoonni kanaan dura diina walii taʼan nagaadhaan akka waliin jiraataniifi michuu walii akka taʼan gargaareera.

Dhiifama Gochuu Jechuun Maal Jechuu Dha?

Kitaabni Qulqulluun waaʼee tarkaanfiiwwan nama tokkoof dhiifama gochuuf si gargaaruu dandaʼan shanii ni ibsa.

Jibba Halaalaa fi Loogii

Jibbi Halaalaa Maalidha?

Jibbi halaalaa hanga harʼaatti namoota hedduu faaleera. Kitaaba Qulqulluutti fayyadamiitii keessa keetti hidda akka gad hin fageeffanne mirkaneeffadhu.

Halaalatti Nama Jibbuu—Rakkina Addunyaa Maraa

Halaalatti nama jibbuun maalidha? Rakkina addunyaa maraa hunda keenya tuqudha kan jennu maaliifi?

Jibba Halaalaa—Si Qabeeraa?

Jette jetteewwan jibba halaalaa akka qabnu argisiisan tokko tokko maalfaʼi?

Wal Dandaʼuu—Kitaabni Qulqulluun Obsa Argisiisuuf kan Gargaaru Akkamitti?

Caqasoonni kun Kitaabni Qulqulluun namoota hunda gidduutti nagaa fi kabajni akka dagaagu kan barsiisu taʼuu isaa argisiisu.

Jibba Injifachuun kan Dandaʼamu Akkamitti?—Loogii Irraa Fagaadhu

Fakkeenya Waaqayyoo hordofuudhaan loogii irraa fagaadhu, miira gadhee namootaaf qabdus of keessaa balleessi.

Jibba Halaalaa—Namoota Garagaraa Michoota Godhadhaa

Faayidaa namoota si irraa adda taʼan michoota godhachuu hubadhu.

Wal Qixxummaan Sanyii Dhugoomuu Kan Dandaʼu Akkamitti?—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Namoonni miliyoonaan lakkaaʼaman akkaataa namoota kaan kabajaa fi ulfinaan itti qaban Kitaaba Qulqulluurraa barachaa jiru.

Halaalatti Nama Jibbuun Kan Hafu—Yoomi?

Seenaawwan dhugaan, Macaafni Qulqulluun namoonni qomoo garaagaraa qaban jibba akka moʼan argisiisan jiru. Jibbi guutummaatti kan badu yoomi?

Jalʼina Haqaa Mormuu nan Barbaadan Ture

Raafikaan jalʼina haqaa mormuuf garee warraaqsa geggeessanitti makamtee turte. Haa taʼu malee, Mootummaa Waaqayyoo keessatti nagaa fi haqni akka jiraatu abdii dubbatu Kitaaba Qulqulluu keessaa barachuu dandeesseetti.