Dhimma ijoo ta'etti seeni

Kitaabni Qulqulluun Gama Saayinsiitiin Sirrii Dha

Kitaabni Qulqulluun Dhugaa Dhaa?

Kitaaba Qulqulluu kan barreessise Waaqa yoo taʼe kitaaba kaan irraa adda taʼuu qaba.

Saayinsiin Kitaaba Qulqulluu Wajjin Wal Simaa?

Yaanni Kitaaba Qulqulluu akka saayinsiitti dogoggora taʼe jiraa?

Waaqayyo Hawaa Uumuu kan Jalqabe Yoomi?

Deebii isaa jechoota Seera Uumamaa keessatti “jalqabatti” fi “guyyaa” jedhan irraa arganna.

Kitaabni Qulqulluun kan Yeroon Itti Darbe moo Bara Isaa kan Durse Dha?

Kitaabni Qulqulluun kitaaba saayinsii miti. Taʼus saayinsii ilaalchisee wantoota si dinqisiisan hedduu qabateera.

Aristootil

Ilaalchis hayyuu falaasamaa bara durii kanaa barumsa saba Kiristiyaanaa irratti dhiibbaa godheera.

Seerri Waaqayyoo Qulqullina Ilaalchisee Kenname Bara Sana kan Durse Dha

Bara duriitti sabni Israaʼel seerawwan olaanoo Waaqayyo qulqullina ilaalchisee kenne hojii irra oolchuudhaan faayidaa argateera.