Odeeffannoo Gabaabaa—Naayijeeriyaa
- 222,182,000—Baayʼina uummataa
- 400,375—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
- 6,071—Gumiiwwan
- 1 nama 589f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu
BUUSIIN GOOTAN FAAYIDAA IRRA OOLAA KAN JIRU AKKAMITTI?
Tamsaasa Saatalaayitii Dhugaa Baatota Yihowaa Bakka Intarneetiin hin Jirretti Tajaajilu
Obboloonni Afriikaa Intarneetii dhabanis sagantaa JW Biroodkaastingii kan ilaalan akkamitti?
ODUU HAARAA
Naayijeeriyaatti Lolaa Cimaan Miidhaa Geessise
MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA
Dhaalli Kiristiyaanaa Karaa Hafuuraa Akkan Guddadhu na Gargaareera
Seenaa jireenyaa Wuudwoorz Miils isa gara waggaa 80tiif amanamummaadhaan Yihowaa tajaajilee dubbisi.
HOJII IJAARSAA
Naayijeeriyaa Keessatti Galmawwan Mootummaa 3,000 Ijaaramaniiru
Naayijeeriyaa keessatti ijaarsi Galma Mootummaa sadarkaa guddaa irra gaʼuu isaa wajjin haala walqabateen walgaʼiin addaa qophaaʼee ture. Hojiin Dhugaa Baatonni Yihowaa bara 1920 irraa eegalee hojjechaa turan gabaabaatti ibsameera.