Odeeffannoo Gabaabaa—Kosoovoo
- 1,800,000—Baayʼina uummataa
- 240—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
- 8—Gumiiwwan
- 1 nama 7,792f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu
MUUXANNOOWWAN
Fedhiidhaan of Dhiheessaniiru—Albaaniyaa fi Kosoovoo
Namoota naannoo labsitoonni caalaatti barbaachisan deemanii tajaajilan rakkoowwan jiraatanis akka dandamatan kan isaan gargaare maali dha?