Dhimma ijoo ta'etti seeni

Daawwannaa Beetel

Waajjiroota damee keenya warra Beetel jedhamanii beekaman akka daawwattu si affeerra. Waajjiroonni keenya tokko tokko agarsiisawwan daawwachiistota malee ilaalaman qabu.

Daawwannaan Deebiʼee Jalqabameera: Biyyoota hedduu keessatti Waxabajjii 1, 2023 irraa kaasee waajjiroota damee keenya deebinee daawwachiisuu jalqabneerra. Odeeffannoo dabalataa argachuuf waajjira daawwachuu barbaaddu qunnami. Maaloo Kooviid-19 yoo sirratti argame, mallattoo qufaa ykn utaalloo yoo qabaatte ykn dhiheenyatti nama Kooviid-19n qabame wajjin wal argiteetta yoo taʼe hin dhufin.

Jarman

Odeeffannoo Daawwannaa

Daawwachuuf Beellama Qabsiisi—Namoota 20 Gadi

Daawwachuuf Beellama Qabsiisi—Namoota 20 ykn Isaa Ol

Beellama Kee Ilaali ykn Jijjiiri

Birooshura Daawwannaa Buufadhu

Agarsiisa

Agarsiisa Seena Qabeessa Giddu Gala Awurooppaa. Namoonni agarsiisa keenya “Family Chronicle” jedhamu yeroo daawwatan seenaa Dhugaa Baatota Yihowaa Ostiriyaa, Jarman, Leektanistaayin, Luksambargii fi Siwiizarlaandi jiran ilaaluu dandaʼu. Agarsiisni kun Yihowaan hojii lallabaa akkamitti akka eebbise, hojichi bara 1890​tti namoota ija jabeeyyii muraasa taʼaniin jalqabamee guddina amma jirurra akkamitti akka gaʼee fi yeroowwan dhorkaanii fi ariʼatamni jirutti hojichi akkamitti hojjetamaa akka ture ifa godha.

Teessoo fi Lakkoofsa Bilbilaa

Kallattiisaa Ilaali