Barreeffamoota Qopheessuu

Taʼee Seena Qabeessa!

Hiikni Addunyaa Haaraa Dubbii Waaqayyoo karaa dubbisuuf salphatuun kan hiike yeroo taʼu, yaada barreeffama isa durii irra jiru amanamummaadhaan dabarseera.

Taʼee Seena Qabeessa!

Hiikni Addunyaa Haaraa Dubbii Waaqayyoo karaa dubbisuuf salphatuun kan hiike yeroo taʼu, yaada barreeffama isa durii irra jiru amanamummaadhaan dabarseera.

Barreeffamoota Kitaaba Qulqulluu Koongoo Keessatti Raabsuu

Dhugaa Baatonni Yihowaa Kitaaba Qulqulluu fi barreeffamoota Kitaaba Qulqulluu irratti hundaaʼan uummata Koongootiif geessuuf haala sodaachisaa keessa imalu.

Suuraawwan Barreeffama Gabbisan Kaasuu

Obboloonni suuraa kaasan fakkiiwwan barreeffamoota keenya gabbisanii fi yaada barreeffame tokkoo guutuu godhan kan kaasan akkamitti?

Istooniyaan “Milkaaʼina Guddaa” Argatte

Kitaabni Qulqulluun Hiika Addunyaa Haaraa afaan Istooniyaatiin qophaaʼe Badhaasa Hojii Afaanii Waggaa Istooniyaa 2014tiif kaadhimame

Dubbisa Kitaaba Qulqulluu Sagaleedhaan Qophaaʼee fi Namoonni Hedduun Irratti Hirmaatan

Dubbisni Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa bara 2013 sagaleedhaan qophaaʼaa jiru seenaawwan hundaaf sagalee garaa garaatti fayyadama.

Argisiisa Suuraa—Ijoolleen Viidiyoowwan Jaallatan

Viidiyoo Kitaaba Qulqulluu Michuu Yihowaa Taʼi jedhamu, beekamaa taʼee fi taatonni Kaalebii fi Soofiyaa jedhaman irratti mulʼatan ilaalchisee wanta ijoolleen jedhan dubbisi.

Afaanota Aayerlaandii fi Biritaaniyaa Keessatti Dubbatamaniin Misiraachicha Lallabuu

Dhugaa Baatonni Yihowaa namoota afaanota Aayerlaandii fi Biritaaniyaa keessatti dubbataman dubbatan haasofsiisuuf carraaqqii guddaa gochaa jiru. Deebii akkamii argatan?

Viidiyoowwan Afaanota Hedduudhaan Argaman

Viidiyoon Galma Mootummaa Keenya Keessatti Maaltu raawwatama? jedhamu afaanota gara 400, viidiyoon Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Akkamitti Geggeeffama? jedhamu immoo afaanota 550 oliin argama. Afaan keetiin ilaali.

Macaafa Qulqulluu Haaraa Qopheessuu

Macaafni Qulqulluun Hiika Addunyaa Haaraa akkamitti akka qophaaʼe ilaali. Bara 2013tti haaressuuf yeroon, qarshii fi carraaqqiin hammanaa maaliif barbaachise?

Hojii Hiikkaa Meeksikoo Fi Ameerikaa Giddu Galeessaa Keessatti Raawwatamaa Jiru

Dhugaa Baatonni Yihowaa Meeksikoo fi Ameerikaa Giddu Galeessaa keessa jiran, afaan Maayaa, Nahuwaatilii fi Loow Jarman dabalatee, barreeffamoota Macaafa Qulqulluu irratti hundaaʼan afaan 60 olitti kan hiikan maaliifi?

Afriikaa Keessatti Qaroo Dhabeeyyii Gargaaruu

Namoonni qaroo dhabeeyyii taʼanii fi Maalaawwii keessa jiraatan afaan Chicheewaatiin Bireeyilii argachuu isaaniitti wanta itti dhagaʼame ibsu.

Macaafa Qulqulluu Yeroo Dheeraaf Akka Turutti Qophaaʼe

Macaafni Qulqulluun Hiika Addunyaa Haaraa maxxansi 2013 kan bareedu siʼa taʼu, yeroo dheeraa kan turu dha

Gareen Hiikkaa Afaan Ispaanish Gara Biyya Ispeen Deeme

Dhugaa Baatonni Yihowaa bara 1909 kaasee barreeffamoota gara afaan Ispeenitti hiikaa jiru. Waaʼee hojii hiikkaa afaan Ispaanish caalaatti baradhu.

Muuziqaa Waaqayyoof Ulfina Fiduu Fi Jaarraa Tokko Lakkoofsise

Dhugaa Baatonni Yihowaa muuziqaa fi faarfannaa waaqeffannaa isaanii keessatti kan itti fayyadaman akkamitti?

Laayibirarii Qabatanii Deemuun Dandaʼamu

JW Libraryn apilikeeshinii tola argamuu fi Macaafa Qulqulluu gadi fageenyaan qayyabachuuf gargaaru dha.

“Dubbii Waaqayyoo Isa Qulqulluu” Hiikuuf Hadaraa Fudhachuu—Roomaa 3:2, NW

Jaarraa darbetti Dhugaa Baatonni hiikkaa Macaafa Qulqulluu hedduutti fayyadamaa turaniiru. Macaafa Qulqulluu Ingiliffa Ammayyaatti hiikuun kan barbaachise maaliifi?

Hojii Maxxansaa Addunyaa Maratti Namoonni Waaʼee Waaqayyoo Akka Baran Gargaaraa Jiru

Addunyaa maratti Dhugaa Baatonni Yihowaa warshaalee maxxansaa barreeffamoota Macaafa Qulqulluu irratti hundaaʼan afaanota 700n maxxansan 15 qabu.

Viidiyoowwan Nama Gammachiisan

Dhugaa Baatonni Yihowaa viidiyoowwan ijoollee karaa amalaa fi hafuuraa gargaaruu dandaʼan walitti aansanii qopheessaa jiru. Buʼaan isaa hoo?

Yeroo Ammaa Weeb Saayitii JW.ORG Jedhamu Afaan 300 Oliin Argachuun Ni Dandaʼama!

Dhugaa Baatonni Yihowaa odeeffannoo Macaafa Qulqulluu buʼa qabeessa taʼe afaan hedduudhaan qopheessuu kan dandaʼan akkamitti? Kunoo Weeb saayitoota balʼinaan beekamoo taʼanii wajjin yeroo waliin ilaalamu maal fakkaata?

Muuziqaa Qopheessuuf Dhufan

Waggoota 40 oliif namoonni addunyaa mararraa dhufanii fi muuziqaa taphatan mirga garee muuziqaa adda taʼe keessa tajaajiluu argataniiru.

Birooshura Afaanota Hedduudhaan Argamuu Fi Fakkiidhaan Barsiisu

Birooshurri Waaqayyoon Dhaggeeffadhu jedhamu namoonni Waaqayyoon akka beekan gargaareera. Namoonni waaʼee birooshura bareedaa kanaa maal akka jedhan ilaali.