“Dubbii Waaqayyoo Isa Qulqulluu” Hiikuuf Hadaraa Fudhachuu—Roomaa 3:2, NW
Waaʼee Waaqayyoo dhugaa isaa hiikkaa Macaafa Qulqulluu kam irraa iyyuu argachuun ni dandaʼama; Dhugaa Baatonni Yihowaas jaarraa darbetti akkasuma gochaa turan. Macaafa Qulqulluu afaan Ingiliffaa ammayyaatiin hiikuun kan isaan barbaachise maaliifi? Buʼaan isaa maali dha? Viidiyoo, “Dubbii Waaqayyoo Isa Qulqulluu” Hiikuuf Hadaraa Fudhachuu—Roomaa 3:2, NW jedhu kana ilaali.