Dhimma ijoo ta'etti seeni

JW.ORGtti Fayyadamuudhaan Ergaa Macaafa Qulqulluu Namootaan Gaʼuu

JW.ORGtti Fayyadamuudhaan Ergaa Macaafa Qulqulluu Namootaan Gaʼuu

Hagayya 28, 2012tti Dhugaa Baatonni Yihowaa Weeb saayitii jw.org jedhamu bifa haaraatiin qopheessaniiru. Dhugaa Baatonni Yihowaafi namoonni Dhugaa Baatota Yihowaa hin taane Weeb saayitii kanarraa faayidaa akkamii akka argatan ilaali.