Dhimma ijoo ta'etti seeni

Galmawwan Hafuuraa Irra Gaʼuu

Dhugaa Baatonni Yihowaa Kitaabni Qulqulluun karaa hafuuraa akka guddatanii fi galmawwan isaanii irra gaʼuuf akka isaan gargaare hubataniiru.

Kaameroon Jireenya Hunda Irra Wayyu Argatteetti

Jireenya gammachiisaa qabaachuu barbaaddaa? Kaameroon iddoo namoonni baayʼeen gammachuun ni argama jedhanii hin eegnetti akkamitti gammachuu akka argatte yeroo dubbattu dhaggeeffadhu.

Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru

Obboleettonni qeenxeen biyya alaatti tajaajilan, jalqaba irratti biyya alaa deemuu sodaatanii turan. Ija jabina kan argatan akkamitti? Achitti hoo maal baratan?

Fedhiidhaan of Dhiheessaniiru—Albaaniyaa fi Kosoovoo

Namoota naannoo labsitoonni caalaatti barbaachisan deemanii tajaajilan rakkoowwan jiraatanis akka dandamatan kan isaan gargaare maali dha?

Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru​—Biraaziilitti

Muuxannoo nama jajjabeessuufi Kiristiyaanota karaa caalaatti buʼa qabeessa taʼeen Waaqayyoon tajaajiluuf jecha naannoo garabiraa dhaqan tokko tokkoo dubbisi.

Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru—Bulgaariyaatti

Biyya alaa deemanii tajaajiluun rakkoowwan akkamii tokko tokko qaba?

Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru—Gaanaa

Obboloonni bakka labsitoonni caalaatti barbaachisanitti tajaajiluu yeroo deeman qorumsi baayʼeen isaan mudatus, eebba baayʼee argatu.

Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru—Giyaanaa

Obboloonni iddoo babalʼistoonni caalaatti barbaachisan dhaqanii tajaajilan kun barumsa hojii irra ooluu dandaʼu akkamii nu barsiisu? Isinis akkana gochuuf fedhii qabdu taanaan, barumsi kun biyya kan biraatti tajaajiluuf kan isin qopheessu akkamitti?

Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru​—⁠Maadaagaaskaar

Tajaajiltoota naannoo ba⁠l⁠ʼaa Maadaagaaskaaritti ergaa Mootummichaa lallabuuf of dhiheessan tokko tokko wajjin wal bari.

Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru—Maayikrooneeshiyaa

Obboloonni biyyoota gara biraatii gara Odoolawwan Paasifiikitti argaman deemanii tajaajilan yeroo baayʼee rakkoowwan sadiitu isaan mudata. Labsitoonni kun rakkoowwan kana moʼuu kan dandaʼan akkamitti?

Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru— Maayaanmaar

Dhugaa Baatonni Yihowaa hedduun biyya isaanii dhiisanii lallabaaf Maayaanmaar akka deeman kan isaan kakaase maali dha?

Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru—Niiwu Yoorki

Hiriyoonni gaaʼelaa jireenya mijataa jiraachaa turan, mana isaanii isa jaallatan dhiisanii mana xinnoo taʼe keessa jiraachuu kan jalqaban maaliifi?

Fedhiidhaan of dhiheessaniiruu—​Noorweeyitti

Gaaffiin maatii tokkoof utuu itti hin yaadin isaaniif dhihaate bakka babalʼistoonni caalaatti barbaachisan dhaqanii akka tajaajilan kan isaan kakaase akkamitti?

Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru—Oshiiniyaa

Dhugaa Baatonni Yihowaa Oshiiniyaa keessatti naannoo gargaarsi barbaachisu dhaqanii tajaajilan rakkoowwan isaan irra gaʼan kan moʼan akkamitti?

Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru—Filippiinsi

Obboloonni tokko tokko hojii dhiisuufi qabeenya gurguruudhaan, Filippiinsitti jireenya salphaa jiraachuuf maaltu akka isaan kakaase caalaatti baradhu.

Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru—Raashiyaa

Waaʼee hiriyoota gaaʼelaa fi warra qeentee bakka babalʼistoonni caalaatti barbaachisanitti tajaajiluuf deemanii dubbisi. Caalaatti Yihowaatti amanamuu barataniiru!

Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru—Taayiwaan

Dhugaa Baatonni Yihowaa 100 ol taʼan, bakka babalʼistoonni Mootummichaa caalaatti barbaachisanitti tajaajiluuf as dhufaniiru. Muuxannoosaaniifi wanta milkaaʼina akka argatan godhe ilaali.

Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru—Turkii

Bara 2014, Turkii keessatti duulli lallabaa addaa taasifamee ture. Duulli kun kan qindeeffame maaliifi? Kan irratti hirmaatan hoo eenyufaʼi?

Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru​—Afriikaa Lixaa

Obboloonni tokko tokko Awurooppaadhaa gara Afriikaa Lixaa deemuuf kan isaan kakaase maalidha? Buʼaa akkamii argatan?

Jireenya Salphaa Jiraachuuf Murteessine

Haasaan walgaʼii addaa tokko irratti dhihaate hiriyoonni gaaʼelaa Kolombiyaa keessa jiraatan wanta dursa kennaniif akka gamaaggaman isaan gargaare.

Wantan Ijoollummaakootti Filadhe

Dargaggeessi Kolombos, Ohaayoo, Yuu.Eess.Ee. keessa jiraachaa ture tokko, afaan Kaamboodiyaa barachuuf murteesse. Maaliif? Filannaansaa kun jireenyasaarratti jijjiirama akkamii fide?