Nu Qunnami
Namoota waaʼee Kitaaba Qulqulluu ykn hojii addunyaa maratti hojjennuu beekuu barbaadan gargaaruun nu gammachiisa. Dhugaa Baatota Yihowaa naannoo keetti argaman qunnamuuf filannoowwan kanaa gadii keessaa isa tokkotti fayyadami.
Dhugaa Baatuun Yihowaa tokko dhufee akka si haasofsiisu gaafachuu
Guyyaa fi bakka walgaʼiin naannoo keenya itti geggeeffamu beekuu
Odeeffannoo kanaa gadiitti fayyadamtee nuu bilbiluu ykn barreessuu
Faransaay
Saʼaatii Hojii
Wiixataa hanga Jimaataa
Ganama 2:00 hanga 6:00 fi waaree booda 8:00 hanga 11:00