DAMMAQAA! Amajjii 2015 | Jireenya Gammachuu Qabuuf Wantoota Barbaachisan
Macaafni Qulqulluun gorsa jireenya gammachuu qabu jiraachuuf si gargaaru qabateera. Ogummaa faayida qabeessa Macaafa Qulqulluu keessatti argamu afur akka fakkeenyaatti ilaali.
Addunyaa Mara Irraa
Rakkina gabbarsuun gaaʼelaa xiqqaachuun isaa fidu, badhaadhummaa saamtonni galaana irraa argatan, cimina simbirroota godaananii.
MATA DUREE FUULA JALQABAA
Jireenya Gammachuu Qabuuf Wantoota Barbaachisan
Ogummaan Macaafa Qulqulluu keessa jiru jireenya gammachuu qabu jiraachuuf si gargaaruu ni dandaʼaa? Mata dureen kun, seerawwan buʼuuraa Macaafa Qulqulluu si gargaaran afur qabateera.
Kunuunsitoota Biqiltuu Balaliʼanii Fi Bosona Naannoo Mudhii Lafaa Keessatti Argaman
Simbirroonni halkanii sardiidota balaliʼan jedhaman, qilleensa naannoo lafaatiif baayʼee barbaachisoo dha.
MAATIIDHAAF
Yeroo Mucaan Keessan Sobu
Mucaan keessan yoo sobe maal gochuu qabdu? Mata dureen kun gorsa Macaafa Qulqulluu dhugaa dubbachuun barbaachisaa taʼuu isaa ijoollee kee barsiisuuf si gargaaru qabateera.
SEENAA JIREENYAA
Yeroo Baayʼee Na Barbaachisuttan Abdii Argadhe
Miiklosh Leeks, umurii isaa waggaa 20tti, balaa gaddisiisaa isa mudateen naaf taʼe. Macaafni Qulqulluun gara fuulduraa ilaalchisee abdii dhugaa akka argatu kan isa gargaare akkamitti?
GAAFANNOO
Piroofeesarri Akkaawuntiingii Amantii Isaa Ibsa
Piroofeesar Isteefan Teeylar Macaafa Qulqulluu qayyabachuun wanta inni hanga harʼaatti hojjete keessaa hojii isa guddaa akka taʼe dubbateera.
QAAMNI KANA TOLCHE JIRAA?
Luka Fardaa
Injiinaroonni, diizaayinii luka fardaa fakkeessanii hojjechuu kan dadhaban maaliifi?
Wantoota garabiraa
Arjaa Taʼi; Waan Qabdu Namaaf Hiri
Kaaleebii fi Soofiyaan kennaa isaanii waliif hiruudhaan caalaatti gammachuu akka argatan baradhu.