MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Amajjii 2017

Maxxansi kun mata dureewwan qoʼannaa Guraandhala 27 hanga Ebla 2, 2017tti qoʼataman kan qabate dha.

Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru

Obboleettonni qeenxeen biyya alaatti tajaajilan, jalqaba irratti biyya alaa deemuu sodaatanii turan. Ija jabina kan argatan akkamitti? Achitti hoo maal baratan?

“Yihowaatti Amanami, Wanta Gaarii Taʼes Hojjedhu”

Yihowaan wanta nuti ofiif gochuu hin dandeenye nuu gochuuf qophaaʼaa dha. Taʼus wanta gochuu dandeenyu akka goonu nu irraa eega. Caqasni waggaa 2017 wanta sirrii gochuu qabnu raawwachuuf kan nu gargaaru akkamitti?

Mirga Filannoo Gochuuf Sii Kenname Dinqisiifadhu

Mirgi filannoo maali dha? Kitaabni Qulqulluun waaʼee isaa maal barsiisa? Mirga filannoo namootaa akka kabajnu kan argisiisnu akkamitti??

Gad Of Deebisuun Amma Iyyuu Barbaachisaa kan Taʼe Maaliifi?

Gad of deebisuu jechuun maal jechuu dha? Amala kana horachuun barbaachisaa kan taʼe maaliifi?

Qorumsa Keessa Utuma Jirtanii Illee Gad Of Deebisuu ni Dandeessu

Gad of deebisuun haalli keenya yommuu jijjiiramu, yommuu ceephaʼamu ykn galateeffatamnu, akkasumas murtoo gaarii gochuuf akkamitti nu gargaara?

‘Wantoota Sana Namoota Amanamoo Taʼaniitti Imaanaadhaan Kenni’

Maanguddoonni dargaggoonni itti gaafatamummaa dabalataa akka fudhatan gargaaruu kan dandaʼan akkamitti? Dargaggoonni obboloota waggoota hedduudhaaf dursa fudhatanii geggeessaa turan akka kabajan argisiisuu kan dandaʼan akkamitti?

Kana Beektaa?

Bara duriitti ibiddi iddootii gara iddootti kan geeffamu akkamitti ture?