MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Onkoloolessa 2012

Fedhiidhaan Of Dhiheessaniiru​—Biraaziilitti

Muuxannoo nama jajjabeessuufi Kiristiyaanota karaa caalaatti buʼa qabeessa taʼeen Waaqayyoon tajaajiluuf jecha naannoo garabiraa dhaqan tokko tokkoo dubbisi.

Rakkoowwan Yeroo Harʼaa Jiran Jabinaan Moʼuu

Rakkinni akkamiiiyyuu yoo nu mudate ija jabeeyyii taʼuufi wanoota nama jajjabeessanirratti xiyyeeffachuu kan dandeenyu akkamitti?

Hafuura Akkamii Argisiistu?

Warra kaanii wajjiin hariiroo gaarii qabaachuu kan dandeenyu akkamitti? Seenaa Macaafa Qulqulluu namoota fakkeenya gaarii taʼaniifi fakkeenya gaarii hin taane ibsurraa baradhu.

SEENAA JIREENYAA

Waggaa 60f Michoota Kan Turan Taʼus Reefuu Kan Wal Baran Fakkaatu

Seenaa jireenyaa tajaajiltoota yeroo guutuu michoota dhugaa waliif taʼan arfanii ibsu kana akka dubbistu si afeerra.

Waaqayyoof Abboomamuudhaan Kakuusaarraa Faayidaa Argadhaa

Abdii Waaqayyo kennerraa, waadaa inni kakuudhaan galeefi kakuu inni namootaa wajjin galerraa barumsa akkamii arganna?

Eeyyeen Keessan Eeeyyee Haataʼu

Amanamummaan maalfaa dabalata? Waadaa Waaqayyoof galleefi hunda caalaa barbaachisaa taʼe eeguu kan dandeenyu akkamitti?

“Afaan Mucoolii” Keessaa Jajjabina Argachuu

Seenaa ijoolleen Ruusiyaa jiraatan wanta Kiristiyaanonni michootasaanii taʼan isaaniif godhaniin akkamitti akka jajjabina argatan isbsu kan dubbisi.