MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Muddee 2015

Barruun kun mata dureewwan qoʼannaa Guraandhala 1 hanga 28, 2016tti jiran qabateera.

Ni Yaadattaa?

Mee barruu Masaraa Eegumsaa walakkeessa 2015 as baʼan irraa maal akka yaadattu ilaali.

Yihowaan Waaqa Warra Kaaniif Yaada Isaa Ibsu Dha

Waaqayyo yaada isaa dabarsuuf afaan namootaa garaa garaatti fayyadamuun isaa dhugaa guddaa tokko nu barsiisa.

Hiikkaa Dubbii Waaqayyoo Isa Jiraataa

Seerawwan guguddaa sadii Koree Hiika Addunyaa Haaraa geggeessan.

Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Ingiliffaa Bara 2013tti Fooyyeffame

Sirreeffamawwan gurguddaan hiika kana irratti godhaman tokko tokko kam faʼi?

Humna Arrabni Keessan Qabu Wanta Gaariidhaaf Itti Fayyadamaa

Fakkeenyi Yesus yoom, maalii fi akkamitti dubbachuu akka qabdu beekuuf si gargaaruu kan dandaʼu akkamitti?

Yihowaan Ol Si Qaba

Dhibeewwan akkamitti ilaaluu qabna? Gama keenyaan maal gochuu qabna?

SEENAA JIREENYAA

Waaqayyoo fi Haadha Koo Wajjin Nagaa Uumeera

Miichiyoo Kumaagaayi abbootii ishii durii waaqeffachuu yommuu dhiistu, ishii fi haadha ishii gidduutti wal dhabiinsi ni uumame. Miichiyoon nagaa uumuu kan dandeesse akkamitti?

Baafata Mata Duree Masaraa Eegumsaa 2015

Mata dureewwan maxxansa sabaa fi qayyabannaa kopha kophaatti tarreeffaman.