Fuula Soddomii Lama
Fuula Soddomii Lama
Waaqayyo garaa keenya keessaa maal ilaala? FUULA 9 ILAALI.
Haannaan eenyudha? Amantiinshee masaanuushee ishee hamtuu dandaʼuuf kan ishee gargaare akkamitti? FUULA 10-14 ILAALI.
Dubbisni Macaafa Qulqulluukee faayida qabeessa akka taʼuuf wanti gochuu dandeessu inni tokko maalidha? FUULA 15-17 ILAALI.
Wanti Yesus gammachuu guddaa akka argamsiisu dubbate maalidha? FUULA 26-27 ILAALI.
Waaqayyo jalqaba qabaa? FUULA 28 ILAALI.