MASARAA EEGUMSAA Amajjii 2013 | Dhuma Biyya Lafaa Sodaachuu Qabdaa?

Dhuma Biyya Lafaa Sodaachuu Qabdaa?

Dubbistoota Barruu Kanaaf

Matadureewwan kanaan dura barruu Masaraa Eegumsaarratti haala dhaabbataa taʼeen baʼaa turan tokko tokko jiʼa kanaa jalqabee weeb saayitii keenyarratti qofa kan baʼan taʼu. Sababii jijjiiramni kun itti taasifame akka dubbistu si afeerra.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Dhuma Biyya Lafaa​—Sodaa, Hawwiifi Abdii Kutachuu

Dhuma biyya lafaa ilaalchisee wanta Macaafni Qulqulluun jedhu yommuu hubatti dinqisiifachuunkee hin oolu.

WAAQAYYOTTI DHIHAADHU

‘Isa Kana Wallaalotatti Mulʼifteetta’

Dhugaa Waaʼee Waaqayyoo ibsuufi Macaafa Qulqulluu kessatti argamu itti hubachuun dandaʼamu baradhu.

KITAABNI QULQULLUUN JIREENYA NAMOOTAA NI JIJJIIRA

“Dhumarratti Birmadummaa Dhugaa Argadheera.”

Macaafni Qulqulluun dargaggeessi tokko tamboo xuuxuufi baala sammuu namaa hadoochuu fudhachuu, akkasumas dhugaatii alkoolii garmalee dhuguurraa akka fagaatu kan isa gargaare akkamitti akka taʼe baradhu.

FAKKEENYA AMANTII ISAANII HORDOFAA

‘Inni In Duʼe, Garuu Ammayyuu Dubbachaa Jira’

Sababiiwwan sadan Abeel, Uuma jaalala qabeessa taʼeerratti amantii akka qabaatu isa kakaasan ilaali.

Deebii Gaaffii Macaafa Qulqulluu

Maqaan Waaqayyoo eenyudha? Maqaa kanatti fayyadamuu kan qabnu maaliifi?