MASARAA EEGUMSAA Onkoloolessa 2013 | Rakkinni Akkas Kan Baay’ate Maaliifi? Yoom Bada?

Macaafni Qulqulluun waa’ee rakkinaa maal jedha? Ilmaan namootaa miidhuusaa kan itti fufuhoo yeroo hammamiitiifi?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Lubbuun Namoota Balleessaa Hin Qabne Hedduun Badeera

Addunyaa kana keessatti namoonni hedduun sababii tokko malee yommuu rakkinni isaanirra ga’u ni argina. Rakkina isaanirra ga’u kanaaf kan komatamu Waaqayyodhaa?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Rakkinni Akkas Kan Baay’ate Maaliifi?

Sababiiwwan bu’uuraa yeroo har’aa rakkinni akka nurra ga’u godhan shan qori; akkasumas abdii argachuun kan danda’amu eessaa akka ta’e bari.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Rakkinni Dhiheenyatti Ni Bada!

Waaqayyo wantoota rakkinni akka jiraatu godhan hunda akka balleessu abdii kenneera. Kana kan godhu yoomiifi akkamitti?

Afaan Dubbannu Yeroo “Gamoon Baabel” Ijaarame Dhufee?

Gamoon Baabel maalidha? Afaan kan jalqabame akkamitti?

WAAQAYYOTTI DHIHAADHU

Inni ‘Garaa Keenya Ni Guuta’

Waaqayyo namoota isa hin galateeffanne hedduu dabalatee, namoonni hundi gaarummaasaa isa hangana hin jedhamnerraa guyyaa guyyaadhaan akka fayyadaman heyyameera.

FAKKEENYA AMANTII ISAANII HORDOFAA

Nohi ‘Namoota Kan Biraa Torbaa Wajjin Ooleera’

Waaqayyo yeroo rakkinaatti Nohiifi maatiisaa kan oolche akkamitti?

Wantoota garabiraa

Dhugaa Baatonni Yihowaa Manaa Gara Manaa Kan Deeman Maaliifi?

Wanti Yesus bartoonnisaa durii akka hojjetan ajaje maal akka taʼe baradhu.