Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Muddee 19-25

2 MOOTOTA 18-19

Muddee 19-25

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

  • Mormitoonni Keenya Nu Dadhabsiisuuf kan Yaalan Akkamitti?”: (Daq. 10)

  • Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)

    • 2Mo 19:37—Caqasni kun amanannaan Kitaaba Qulqulluurratti qabnu argannoowwan arkiyooloojiirratti kan hundaaʼe akka hin taane kan argisiisu akkamitti? (it-1-E 155 key. 4)

    • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?

  • Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4) 2Mo 18:1-12 (th qoʼannaa 5)

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU