Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Mormitoonni Keenya Nu Dadhabsiisuuf kan Yaalan Akkamitti?

Mormitoonni Keenya Nu Dadhabsiisuuf kan Yaalan Akkamitti?

Mormitoonni keenya obboloota dura buutota taʼan ilaalchisee soba dubbachuudhaan abdii nu kutachiisuuf yaalu (2Mo 18:19-21; w05-AM 8/1 11 key. 5)

Waaʼee Yihowaa ykn waaʼee jaarmiyaa isaa odeeffannoo sobaa babalʼisuudhaan nu dogoggorsuuf yaalu (2Mo 18:22, 25; w10 7/15 13 key. 3)

Waadaa sobaa nuu galuudhaan nu qoruuf yaalu (2Mo 18:31, 32; w13 11/15 19 key. 14; yb74-E 177 key. 1)

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Yeroo ariʼatamni narra gaʼu of jabeessuuf amma tarkaanfilee akkamiin fudhachuu dandaʼa?’