Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yihowaan Wanti hin Eegamne Akka Taʼu Godheera

Yihowaan Wanti hin Eegamne Akka Taʼu Godheera

Yihowaan yeroo beelli cimaan turetti guyyaa itti aanutti nyaanni irraa hafaan akka jiraatu dubbateera (2Mo 7:1; it-1-E 716-717)

Ajajaan waraanaa Israaʼel tokko waadaa Yihowaan galetti qoosee ture (2Mo 7:2)

Yihowaan wanti hin eegamne akka taʼu godheera (2Mo 7:6, 7, 16-18)

Yihowaan badiisni sirna kanaa utuu hin eegamin akkuma tasaa akka dhufu dubbateera. (1Ta 5:2, 3) Wanta Yihowaan jedherratti amantii qabaachuun keenya barbaachisaa kan taʼe maaliifi?