Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Ija Jabina, Kutannoo fi Hinaaffadhaan Tarkaanfii Fudhateera

Ija Jabina, Kutannoo fi Hinaaffadhaan Tarkaanfii Fudhateera

Yihowaan Yehuun mana Ahaab isa mootii hamaa ture sanaa akka balleessu ergama isaaf kenneera (2Mo 9:6, 7; w11 11/15 3 key. 2)

Yehuun Yooraam Mootichaa (ilma Ahaab) fi Iizaabel Mootittii (haadha manaa Ahaab) ajjeesuuf dafee tarkaanfii fudhateera (2Mo 9:22-24, 30-33; w11 11/15 4 key. 2-3; chaartii “‘Guutummaan Mana Ahaab ni Bada’—2Mo 9:8” jedhu ilaali.)

Yehuun ergama isaa raawwateera, akkasumas ija jabina, kutannoo fi hinaaffaa argisiiseera (2Mo 10:17; w11 11/15 5 key. 3-4)

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Ajaja Maatewos 28:19, 20 irratti kenname yeroon raawwadhu fakkeenya Yehuu hordofuu kanan dandaʼu akkamitti?’