Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Kiristiyaanonni Carraaqqii Gochuu kan Qaban Maaliifi?

Kiristiyaanonni Carraaqqii Gochuu kan Qaban Maaliifi?

Obboloonnii fi obboleettonni galmawwan hafuuraa kanneen akka qajeelchaa taʼuu, tajaajila Beetelii fi ijaarsa Galma Walgaʼiirratti hirmaachuu jiran irra gaʼuuf carraaqqii gochaa jiru. Kana malees, obboloonni ilaaltuu olaanaa taʼuuf carraaqu. (1Xi 3:1) Kana jechuun garuu Kiristiyaanonni aangoo ykn beekamtii argachuuf carraaqqii gochuu qabu jechuudhaa?

VIIDIYOO KAN CARRAAQNU MAALIIFI? (1XI 3:1) JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

Caqasoonni armaan gadii sababiiwwan carraaqqii itti goonu sadi hubachuuf kan nu gargaaran akkamitti?