Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Eelsaaʼi tajaajilaa isaatiin, ‘Warra isaanii wajjin jiran irra warra nuu wajjin jirantu caala’ jechaa jira.—2Mo 6:16

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA

Warra Isaanii Wajjin Jiran Irra Warra Nuu Wajjin Jirantu Caala

Warra Isaanii Wajjin Jiran Irra Warra Nuu Wajjin Jirantu Caala

Eelsaaʼii fi tajaajilaan isaa diinotaan marfamanii turan (2Mo 6:13, 14; it-1-E 716 key. 4)

Eelsaaʼi tasgabbaaʼee itti fufeera, tajaajilaa isaas jajjabeesseera (2Mo 6:15-17; w13 8/15 30 key. 2; fakkii qola isaa irra jiru ilaali)

Yihowaan dinqiidhaan Eelsaaʼii fi tajaajilaa isaa oolcheera (2Mo 6:18, 19; it-1-E 343 key. 1)

Mormitoonni keenya Yihowaa caalaa humna hin qaban. Wanta addunyaa hafuuraa keessatti raawwatamaa jiruu fi Yihowaan saba isaa eeguuf maleekotatti akkamitti akka fayyadamu yeroo yaaddu wanta akkamiitu gara sammuu keetti dhufa?