ARGISIISI Kitaaba Kitaaba Qulqulluu Uumama Baʼuu Leewwota Lakkoofsa Keessa Deebii Iyyaasuu Abbootii Murtii Ruut 1 Saamuʼel 2 Saamuʼel 1 Mootota 2 Mootota 1 Seenaa Baraa 2 Seenaa Baraa Izraa Nahimiyaa Asteer Iyyoob Faarfannaa Fakkeenya Lallaba Weedduu Weedduu Caalu Isaayyaas Ermiyaas Faaruu Ermiyaas Hisqiʼel Daaniʼel Hoseʼaa Yooʼel Amoos Obaadiyaa Yoonaas Miikiyaas Naahom Anbaaqom Sefaaniyaa Haagee Zakkaariyaas Miilkiyaas Maatewos Maarqos Luqaas Yohaannis Hojii Ergamootaa Roomaa 1 Qorontos 2 Qorontos Galaatiyaa Efesoon Filiphisiyus Qolosaayis 1 Tasalonqee 2 Tasalonqee 1 Ximotewos 2 Ximotewos Tiitoo Fiilmoon Ibroota Yaaqoob 1 Pheexiros 2 Pheexiros 1 Yohaannis 2 Yohaannis 3 Yohaannis Yihudaa Mulʼata Boqonnaa 1 2 3 4 5 6 7 8 9 10 11 12 13 14 15 16 17 18 19 20 21 22 Kitaaba Moototaa Isa Tokkoffaa Boqonnaawwan 1 2 3 4 5 6 7 8 9 10 11 12 13 14 15 16 17 18 19 20 21 22 Qabiyyee Kitaabichaa 1 Daawitii fi Abishaag (1-4) Adoniyaan teessoo fudhachuuf yaale (5-10) Naataanii fi Baat Sheebaan tarkaanfii fudhatan (11-27) Daawit Solomoon akka dibamu ajaje (28-40) Adoniyaan gara iddoo aarsaatti baqate (41-53) 2 Daawit Solomooniif qajeelfama kenne (1-9) Daawit ni duʼe; Solomoon mootii taʼe (10-12) Fincilli Adoniyaa duʼaaf isa saaxile (13-25) Abiyaataar ni ariʼame; Yoʼaab ni ajjeefame (26-35) Shimeʼiin ni ajjeefame (36-46) 3 Solomoon intala Faraʼoon fuudhe (1-3) Yihowaan abjuudhaan Solomoonitti mulʼate (4-15) Solomoon ogummaa argachuuf kadhate (7-9) Solomoon haadholii lamaaf murtii kenne (16-28) 4 Bulchiinsa Solomoon (1-19) Badhaadhina bara bulchiinsa Solomoonitti ture (20-28) Muka wayinii fi muka harbuu jalatti tasgabbiidhaan jiraachuu (25) Ogummaa Solomoonii fi fakkeenyota inni dubbate (29-34) 5 Hiiraam Mootichi miʼawwan ijaarsaa dhiheesse (1-12) Solomoon warra hojii dirqamaa hojjetan filate (13-18) 6 Solomoon mana qulqullummaa ijaare (1-38) Kutaa isa gara keessaa (19-22) Kiruubelota (23-28) Fakkiiwwan bocaman, balbaloota, mooraa isa keessaa (29-36) Ijaarsi mana qulqullummaa gara waggaa torbaatti xumurame (37, 38) 7 Mana mootummaa Solomoon (1-12) Hiiraam inni dandeettii guddaa qabu Solomooniin gargaare (13-47) Utubaawwan sibiila diimaa lamaan (15-22) Galaana sibiila baqfame irraa tolfame (23-26) Gaariiwwanii fi miʼawwan bishaanii sibiila diimaa kurnan (27-39) Miʼawwan warqii irraa tolfaman (48-51) 8 Taabotichi mana qulqullummaa keessa kaaʼame (1-13) Solomoon uummatichaaf haasaa dhiheesse (14-21) Kadhannaa Solomoon yeroo manni qulqullummaa murteeffametti dhiheesse (22-53) Solomoon uummaticha eebbise (54-61) Aarsaawwan ni dhihaatan, manni qulqullummaan ni murteefame (62-66) 9 Yihowaan yeroo lammaffaadhaaf Solomoonitti mulʼate (1-9) Kennaa Solomoon Hiiraamiif kenne (10-14) Solomoon wantoota garaa garaa ijaare (15-28) 10 Mootuun Sheebaa gara Solomoon dhaqxe (1-13) Qabeenya guddaa Solomoon qabu (14-29) 11 Haadhotiin manaa Solomoon garaa isaa jalʼisan (1-13) Mormitoota Solomoon (14-25) Yeroboʼaam gosoonni kudhan akka isaaf kennaman waadaan ni galameef (26-40) Solomoon ni duʼe; Rooboʼaam mootii taʼe (41-43) 12 Rooboʼaam deebii gaarii hin taane kenne (1-15) Gosoonni kurnan fincila kaasan (16-19) Yeroboʼaam mootii Israaʼel taʼe (20) Rooboʼaam Israaʼeliin akka hin waraanne dhowwame (21-24) Waaqeffannaa jabbii Yeroboʼaam hundeesse (25-33) 13 Raajii iddoo aarsaa Beetelitti argamu irratti dubbatame (1-10) Iddoon aarsaa ni baqaqe (5) Namni Waaqaa tokko ajajamuu dide (11-34) 14 Raajii Ahiyaan Yeroboʼaam irratti dubbate (1-20) Rooboʼaam Yihudaa irratti mootii taʼe (21-31) Weerara Shishaaq raawwate (25, 26) 15 Mootii Yihudaa kan taʼe Abiyaam (1-8) Mootii Yihudaa kan taʼe Aasaa (9-24) Mootii Israaʼel kan taʼe Naadaab (25-32) Mootii Israaʼel kan taʼe Baʼaashaa (33, 34) 16 Murtii Yihowaan Baʼaashaa irratti dabarse (1-7) Mootii Israaʼel kan taʼe Eelaa (8-14) Mootii Israaʼel kan taʼe Zimrii (15-20) Mootii Israaʼel kan taʼe Omrii (21-28) Mootii Israaʼel kan taʼe Ahaab (29-33) Hiʼeel Yerikoo deebisee ijaare (34) 17 Eeliyaas raajichi ongeen akka dhufu raajii dubbate (1) Arraagessonni Eeliyaasiin sooran (2-7) Eeliyaas gara dubartii Saraaptaa abbaan manaa irraa duʼe tokkoo dhaqe (8-16) Ilmi dubartii abbaa manaa irraa duʼee ni duʼe; duʼaas ni kaafame (17-24) 18 Eeliyaas Obaadiyaa fi Ahaabii wajjin wal arge (1-18) Eeliyaas Qarmeelositti raajota Baʼaalii wajjin wal morke (19-40) ‘Yaada lamaan okkoluu’ (21) Ongeen waggaa sadii fi walakkaadhaaf ture ni dhaabbate (41-46) 19 Eeliyaas Iizaabel jalaa baqate (1-8) Yihowaan Horeebitti Eeliyaasitti mulʼate (9-14) Eeliyaas, Hazaaʼeliin, Yehuu fi Eelsaaʼiin akka dibu itti himame (15-18) Eelsaaʼi Eeliyaasiin akka bakka buʼu muudame (19-21) 20 Warri Sooriyaa Ahaab irratti waraana banan (1-12) Ahaab warra Sooriyaa ni moʼe (13-34) Raajii Ahaab irratti dubbatame (35-43) 21 Ahaab maasii wayinii Naabot fudhachuu hawwe (1-4) Iizaabel Naabot akka ajjeefamu haala mijeessite (5-16) Ergaa murtii Eeliyaas Ahaab irratti dubbate (17-26) Ahaab gad of qabe (27-29) 22 Yoshaafaax Ahaabii wajjin michummaa uume (1-12) Mikaayaan akka moʼaman raajii dubbate (13-28) Hafuurri dogoggorsu tokko Ahaabiin akka gowwoomsu dubbate (21, 22) Ahaab Raamot Giiliyaaditti ajjeefame (29-40) Yoshaafaax mootii Yihudaa taʼe (41-50) Mootii Israaʼel kan taʼe Akaaziyaa (51-53) Deebiʼi Itti Fufi Maxxansi Ergi Ergi 1 Mootota—Qabiyyee Kitaabichaa KITAABA QULQULLUU HIIKA ADDUNYAA HAARAA 1 Mootota—Qabiyyee Kitaabichaa Afaan Oromoo 1 Mootota—Qabiyyee Kitaabichaa https://cms-imgp.jw-cdn.org/img/p/1001061100/univ/wpub/1001061100_univ_sqr_xl.jpg nwt 1 Mootota ful. 583-585