ARGISIISI Kitaaba Kitaaba Qulqulluu Uumama Baʼuu Leewwota Lakkoofsa Keessa Deebii Iyyaasuu Abbootii Murtii Ruut 1 Saamuʼel 2 Saamuʼel 1 Mootota 2 Mootota 1 Seenaa Baraa 2 Seenaa Baraa Izraa Nahimiyaa Asteer Iyyoob Faarfannaa Fakkeenya Lallaba Weedduu Weedduu Caalu Isaayyaas Ermiyaas Faaruu Ermiyaas Hisqiʼel Daaniʼel Hoseʼaa Yooʼel Amoos Obaadiyaa Yoonaas Miikiyaas Naahom Anbaaqom Sefaaniyaa Haagee Zakkaariyaas Miilkiyaas Maatewos Maarqos Luqaas Yohaannis Hojii Ergamootaa Roomaa 1 Qorontos 2 Qorontos Galaatiyaa Efesoon Filiphisiyus Qolosaayis 1 Tasalonqee 2 Tasalonqee 1 Ximotewos 2 Ximotewos Tiitoo Fiilmoon Ibroota Yaaqoob 1 Pheexiros 2 Pheexiros 1 Yohaannis 2 Yohaannis 3 Yohaannis Yihudaa Mulʼata Boqonnaa 1 2 3 4 5 6 7 8 9 10 Kitaaba Izraa Boqonnaawwan 1 2 3 4 5 6 7 8 9 10 Qabiyyee Kitaabichaa 1 Labsii Qiiros Mootichi manni qulqullummaa deebisee akka ijaaramuuf baase (1-4) Qophii warri boojiʼamanii turan Baabilonii deebiʼuuf godhan (5-11) 2 Galmee warra boojuudhaa deebiʼanii (1-67) Tajaajiltoota mana qulqullummaa (43-54) Ilmaan tajaajiltoota Solomoon (55-57) Kennaawwan mana qulqullummaatiif fedhiidhaan kennaman (68-70) 3 Iddoon aarsaa deebiʼee ni ijaarame; aarsaawwanis ni dhihaatan (1-6) Hojiin mana qulqullummaa deebisanii ijaaruu ni jalqabame (7- 9) Buʼuurri mana qulqullummaa ni kaaʼame (10-13) 4 Hojiin mana qulqullummaa deebisanii ijaaruu mormiin irra gaʼe (1-6) Diinonni mormii isaanii Arxeksis Mootichatti ergatan (7-16) Deebii Arxeksis (17-22) Ijaarsi mana qulqullummaa ni dhaabbate (23, 24) 5 Yihudoonni mana qulqullummaa deebisanii ijaaruu jalqaban (1-5) Xalayaa Taatenaay Daariyos Mootichatti erge (6-17) 6 Qorannaa Daariyos godhee fi labsii inni baase (1-12) Manni qulqullummaa xumuramee eebbifame (13-18) Faasikaan ni kabajame (19-22) 7 Izraan gara Yerusaalem dhufe (1-10) Xalayaa Arxeksis gara Izraatti erge (11-26) Izraan Yihowaa jajate (27, 28) 8 Galmee maqaa namoota Izraa wajjin deebiʼanii (1-14) Qophii adeemsaaf godhame (15-30) Baabilonii baʼuu fi Yerusaalem gaʼuu (31-36) 9 Israaʼel keessatti gaaʼelaan wal makuu (1-4) Kadhannaa Izraan cubbuu himachuuf dhiheesse (5-15) 10 Haadhotii manaa biyya ormaa geggeessuuf kakuu galame (1-14) Haadhotiin manaa biyya ormaa ni geggeeffaman (15-44) Deebiʼi Itti Fufi Maxxansi Ergi Ergi Izraa—Qabiyyee Kitaabichaa KITAABA QULQULLUU HIIKA ADDUNYAA HAARAA Izraa—Qabiyyee Kitaabichaa Afaan Oromoo Izraa—Qabiyyee Kitaabichaa https://cms-imgp.jw-cdn.org/img/p/1001061100/univ/wpub/1001061100_univ_sqr_xl.jpg nwt Izraa ful. 801-802