A6-B
Chartii: Raajotaa fi Mootota Yihudaa fi Israaʼel (Kutaa 2)
Mootota, Mootummaa Kibbaa (Kan itti fufe)
Dh.K.D. 777
Yootaam: waggaa 16
762
Akaaz: waggaa 16
746
Hisqiyaas: waggaa 29
716
Minaasee: waggaa 55
661
Amoon: waggaa 2
659
Yosiyaas: waggaa 31
628
Yehoʼahaaz: jiʼa 3
Yehoyaaqiim: waggaa 11
618
Yehoyaakiin: jiʼa 3 fi guyyaa 10
617
Zedeeqiyaa: waggaa 11
607
Yerusaalemii fi manni qulqullummaa ishii weerartoota Baabilon Nebukadnezaariin geggeeffamaniin balleeffame. Zedeeqiyaan inni hidda dhalootaa Daawit keessaa lafa irratti mootii isa dhumaa ture aangoo irraa buufame
Mootota, Mootummaa Kaabaa (Kan itti fufe)
Dh.K.D. n. 803
Zakkaariyaas: akka inni bulchetti kan galmaaʼe jiʼa 6 qofa
Zakkaariyaas bulchuu kan jalqabe taʼus, hanga n. 792tti bulchiinsi isaa guutummaatti harka isaatti akka hin galle haala isaa irraa hubachuun ni dandaʼama
n. 791
Shaalum: jiʼa 1
Menaahem: waggaa 10
n. 780
Peqaayaa: waggaa 2
n. 778
Peeqaa: waggaa 20
n. 758
Hosheʼaa: n. 748 kaasee waggaa 9
n. 748
n. 748tti bulchiinsi Hosheʼaa sirriitti kan cime ykn mootii Asoor Tiglaat Pileseer Sadaffaa irraa gargaarsa kan argate fakkaata
740
Asoor Samaariyaa weerartee Israaʼeliin injifatte; Mootummaan gosa Israaʼel kurnanii inni kaabaa ni balleeffame
-
Maqaa Raajotaa
-
Isaayyaas
-
Miikiyaas
-
Sefaaniyaa
-
Ermiyaas
-
Naahom
-
Anbaaqom
-
Daaniʼel
-
Hisqiʼel
-
Obaadiyaa
-
Hoseʼaa