Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi


Wanti baratte sitti toleeraa?

Wanti baratte sitti toleeraa?

Kitaaba Qulqulluu caalaatti barachuu barbaaddaa?

Kun barumsawwan kitaaba Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami jedhamu keessatti barattu keessaa muraasa isaa ti.

Kitaabichaafis taʼe barumsichaaf maallaqa akka kaffaltu hin gaafatamtu. Yeroo fi iddoo siif mijatutti si qoʼachiisuu dandeenya.

Barumsa Kitaaba Qulqulluu kana keessatti, deebii gaaffilee armaan gadii dabalatee barumsa hedduu argatta:

  • Kaayyoon jireenyaa maali dha?

  • Nagaa dhugaa argachuun kan dandaʼamu akkamitti?

  • Maatiiwwan gammadoo taʼuu kan dandaʼan akkamitti?

  • Kitaabni Qulqulluun yeroo gara fuulduraa ilaalchisee abdiiwwan akkamii kenna?

Kitaabicha argachuu fi Kitaaba Qulqulluu barachuu kee itti fufuuf, Dhugaa Baatuu Yihowaa tokko haasofsiisi ykn karaa weebsaayitii keenya jw.org Kitaaba Qulqulluu qoʼachuuf gaafadhu.