Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Of hin Dhiphisin

Of hin Dhiphisin

Buufadhu:

  1. 1. Waan duʼa oolchu fakkaata

    Qabeenyi xiyyeeffannaa fudhata

    Sooressa taʼuuf maaf yaalta?

    Kiyyoosaa keessa maaf galta?

    (BUUSAA)

    Of hin dhiphisin.

    Yihowaatu siif beeka.

    Of hin dhiphisin, hin garboomin.

    Of hin dhiphisin,

    Kottu bilisa baana.

    Of hin dhiphisin, hin garboomin.

  2. 2. Waan nyaannee bullu qabna,

    Bakka jireenyaas qabna.

    Wantoota qabnutti yoo gammanne,

    Nagaa qabaannee jiraanna.

    (BUUSAA)

    Of hin dhiphisin.

    Yihowaatu siif beeka.

    Of hin dhiphisin, hin garboomin.

    Of hin dhiphisin,

    Kottu bilisa baana.

    Of hin dhiphisin, hin garboomin.

    (CEESISA)

    Eeyyee yaaluu dandeessa.

    Yihowaan si eebbisa.

    Jaalalaan si qaba.

    Ogummaas isatʼ qaba.

    Waaqa cimaa qabna.

  3. 3. Jireenyi salphaan gammachuu qaba!

    Maarree waan salphaa maafan dadhaba?

    Baʼaa cimaa baachuu nan dhiisa

    Yihowaa koon garaa ciibsaa.

    (BUUSAA)

    Of hin dhiphisin.

    Yihowaatu siif beeka.

    Of hin dhiphisin, hin garboomin.

    Of hin dhiphisin,

    Kottu bilisa baana.

    Of hin dhiphisin,

    (BUUSAA)

    Of hin dhiphisin.

    Yihowaatu siif beeka.

    Of hin dhiphisin, hin garboomin.

    Of hin dhiphisin,

    Kottu bilisa baana.

    Of hin dhiphisin, hin garboomin.