Dhugaa Baatota Yihowaa Sababii Amantii Isaaniitiin Hidhaman—Biyya Biyyaan
Dhugaa Baatota Yihowaa hanga Sadaasa 2024tti sababii amantii isaaniitiin hidhaman
BAKKA |
KAN HIDHAMAN |
SABABII |
---|---|---|
12 |
|
|
64 |
|
|
131 |
|
|
8 |
|
|
Biyyoota Biroo |
10 ol |
|
Dimshaasha |
225 ol |
|
Akka dhaabbanni Walii Galtee Mirgoota Uummataa fi Siyaasaa Biyyoolessaa, Keeyyanni 18 jedhutti, buʼuurri mirga namummaa inni guddaan “Bilisummaa yaada, qalbii fi amantii namni tokko qabu” dha. a Haa taʼu malee, Dhugaa Baatonni Yihowaa mirga buʼuuraa isaanii sarbamaniiru; akkasumas karaa sirrii hin taaneen hidhamaniiru, gara jabinaan dararamaniiru. Dhugaa Baatota hidhaman keessaa hedduun isaanii sochii amantii isaanii wajjin wal qabate waan raawwataniifi. Kaanimmoo tajaajila loltummaa akka kennan qalbiin isaanii waan isaaniif hin heyyamneefi.
a Dabalataan Labsii Walii Galaa Mirgoota Namummaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii, Keeyyata 18 fi Labsii Mirgoota Namummaa Awurooppaa, Keeyyata 9 ilaali.